Welcome To

Oromia Labour And Social Affairs

Biiroon Dhimma Hojjattaa fi Haawaassumaa Oromiyaa hojiiwan kallatti hundaan raawwatamaa jiranii fi Raawwii hojii foya’aa galma’aa deeman hundumaa teeknooloojiidhaan deeggaraa deemudhaan galmagahinsi isaa yeroo tokkotti qaamma hawaasa hunda biraan gahudhaaf gara dijitaalaazeshiniitti gudisuudhaaf hojii egalame cimsinee kan itti fufsifnu taha.
Walumaagalatti Biiroon Dhimma Hojjattaa fi Haawaassumaa Oromiyaa Raawwii hojii isaa qindeesudhaan karaa websaayitii waajjira keenyaatti waan isiin biraan genyuuf gamanumaan nu hordofaa akka nu cinaa

– Kabajamoo Obbo Araarsoo Biqilaa <br>Hogganaa Biiroo

Our Servises

Labor and Employment Matters

Service 1 Service 1 Service 1 Service 1 Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1Service 1

Service 2

Service 2 Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service 2Service

Explore The World

Biiroo Dhimma  Hojjata fi Hawaasummaa erga gurmaa’ee kaasee Aangoo fi Gahee hojii Mootummaan Naannoo Oromiyaa Biirichaan akka hojjetaamu labsii Lak.242/2014 irratti ibsamaniin ga’ee Badhaadhina maatii Naannichaa mirkaneeessuu keessatti dhimmoota  gumaachuu danda’an, tajaajila  hunda galeessa, walgitiinsa fi qulqulliina qabu hawaasa biraan geessisuuf imaamataa fi tarsiimoowwan Mootummaan kaa’e milkaa’uu akka danda’an karoora yeroo dheera fi gabaaba qopheessuun KPI waggaa 10 qopheesee Hojii Keessa Galee jira.

Discussion with the Employee

Oromiyaa keessatti nageenya industirii mirkaneessuu, odeeffannoo gabaa humna namaa qindeessuun, tamsaasuu fi rakkoolee jireenya hawaasummaa ittisuu fi hir’isuu dha.